Amantii islaamaa seentee muslima tahuuf wanti sirraa barbaadamu sagalee dhaaggeessistee jechuudha.Hiikkaa waan jettee kana beekuufii itti amanuudha.
Isiin jecha afaan arabaatiin taate "shahaadah" jedhamti. (ka haqaan gabbaramu Allaaha malee akka hinjirre ragaa ninbaha, Muhammad ergamaa Allaaha tahus ragaa ninbaha, ilmi maryamaa iisaanis gabrichaafii ergamaa Allaahaa tahuu isaa ragaa ninbaha).
Amma isii afaan arabiitiin jedhi:
Ash-hadu alla ilaaha illa Allaahu,
wa ash-hadu anna Muhammadan rasuulullaah